Online Bible

- Reklamy -




Yooʼeel 1:4 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

4 ዋን ቱትን ሀዋንሳ ዺሴ፣ ሀዋንስን ጉዳን ፍጤ፤ ዋን ሀዋንስን ጉዳን ዺሴ፣ ሀዋንስን ጥጥናን ኛቴ ፍጤ፤ ዋን ሀዋንስን ጥጥናን ዺሴሞ ሀዋንስን ብራ ዹፌ ኛቴ።

Viz kapitola kopírovat

Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

4 Isa gurmuu hawaannisaa isa duraa irraa hafe, gurmuu hawaannisaa isa lammaffaatu nyaate; isa gurmuu hawaannisaa isa lammaffaa irraa hafe, ilmaan hawaannisaatu nyaate; isa ilmaan hawaannisaa irraa hafe immoo geerii hawaanisaatu nyaate*.

Viz kapitola kopírovat

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

4 Waan tuunni hawwaannisaa dhiise, hawwaannisni guddaan fixe; waan hawwaannisni guddaan dhiise, hawwaannisni xixinnaan nyaatee fixe; waan hawwaannisni xixinnaan dhiise immoo hawwaannisni biraa dhufee nyaate.

Viz kapitola kopírovat




Yooʼeel 1:4

Následuj nás:

Reklamy


Reklamy