Online Bible

- Reklamy -




Yooʼeel 1:3 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

3 እስን ዋን ከነ እጆሌኬሰንት ህማ፤ እጆሌንኬሰንስ እጆሌ ኦፊሳኒት ሃህመን፤ እጆሌንሳኒሞ ዸሎተ እት ኣኑት ሃደበርሰን።

Viz kapitola kopírovat

Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

3 Waa'ee kanaa ijoollee keessanitti himaa! Ijoolleen keessanis ijoollee isaaniitti haa himan! Ijoolleen isaaniis dhaloota dhufutti haa himan!

Viz kapitola kopírovat

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

3 Isin waan kana ijoollee keessanitti himaa; ijoolleen keessanis ijoollee ofii isaaniitti haa himan; ijoolleen isaanii immoo dhaloota itti aanutti haa dabarsan.

Viz kapitola kopírovat




Yooʼeel 1:3

Následuj nás:

Reklamy


Reklamy