Yooʼeel 1:20 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ20 ብኔንሶትን ቦሶና ስት ገገቡ፤ ለግን ብሻኒ ጎጌረ፤ እብድስ ድሬ ዼዳ ጉቤ በሌሴረ። Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo20 burqaan bishaanii waan gogeef, ibiddis iddoo dheedumsa horii waan fixeef, bineensonni caakkaa illee gara keetti in iyyu*. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa20 Bineensonni bosonaa sitti gaggabu; lagni bishaanii gogeera; ibiddis dirree dheedaa gubee balleesseera. Viz kapitola |