Online Bible

- Reklamy -




Yooʼeel 1:19 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

19 ያ ዋቀዮ አን ስን ዋመዸ፤ እብድ ለፈ ዼዳ በርበዴሴ አረብን እብዳሞ ሙኬን ዲዳ ሁንደ ጉቤ ፍጤራቲ።

Viz kapitola kopírovat

Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

19 Yaa Waaqayyo! Ibiddi iddoo dheedumsa horii waan fixeef, arrabni ibiddaas muka bakkee keessaa waan gubeef, ani gara keetti nan iyya;

Viz kapitola kopírovat

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

19 Yaa Waaqayyo ani sin waammadha; ibiddi lafa dheedaa barbadeessee arrabni ibiddaa immoo mukkeen diidaa hunda gubee fixeeraatii.

Viz kapitola kopírovat




Yooʼeel 1:19

Následuj nás:

Reklamy


Reklamy