Yooʼeel 1:18 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ18 ሎን አከም መርአቱ! ከር ሎኒ ሰበቢ ዋን ዼዱ ዸቤፍ አሲፊ አች ጆረ፤ ቡሻዬንስ ዽጰተኒሩ። Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo18 Saawwan waan dheedan waan dhabaniif, in mar'atu! Bushaayeen in joonja'u; hoolonni karri baay'eenis in dhiphatu*. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa18 Loon akkam marʼatu! Karri loonii sababii waan dheedu dhabeef asii fi achi joora; bushaayeenis dhiphataniiru. Viz kapitola |