Yooʼeel 1:17 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ17 ሰኚን ለፈ ኬሰት ቶርቶሬ ሀፌ። መንኩስን ዲገሜረ፤ ጎምብሳን ጨጨቤረ፤ ምዻን ጎጌ ሀፌራቲ። Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo17 Sanyiin kaboota jalatti tortoree, midhaan waan badeef, gombisaan in one, gumbiin in caccabe. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa17 Sanyiin lafa keessatti tortoree hafe. Mankuusni diigameera; gombisaan caccabeera; midhaan gogee hafeeraatii. Viz kapitola |