Yooʼeel 1:15 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ15 በድኔካ! ጉያን ሱን ዽኣቴረ። ጉያን ዋቀዮ ገኤራቲ፤ እን አኩመ በዲሳት ዋቀ ዋን ሁንደ ደንደኡ ብራ ዹፈ። Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo15 Wayyoo! Guyyaan Waaqayyoo dhi'aateera! Maal guyyaan sodaachisaan akkasii! Inni isa hundumaa danda'u biraa akka balleessiitti in dhufa*. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa15 Badne kaa! Guyyaan sun dhiʼaateera. Guyyaan Waaqayyoo gaʼeeraatii; inni akkuma badiisaatti Waaqa Waan Hunda Dandaʼu biraa dhufa. Viz kapitola |