Yooʼeel 1:11 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ11 ያ ቆናን ቡልቶተ፣ እስን ራፈማ፤ ወር ወይኒ ዻበተን ቦኣ፤ ሰበቢ ምዻን ለፈ ቆቲሳኬሰኒ በርበዳኤፍ ቀመዲፊ ገርቡዻፍ ቦኣ። Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo11 Isin warri qottuun abdii kutadhaa! Warri waynii dhaabdanii guddiftanis gaddaa! Wanti laficha irraa galfamu waan badeef, qamadiidhaaf, garbuudhaafis gaddaa*! Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa11 Yaa qonnaan bultoota, isin raafamaa; warri wayinii dhaabbattan booʼaa; sababii midhaan lafa qotiisaa keessanii barbadaaʼeef qamadii fi garbuudhaaf booʼaa. Viz kapitola |