Online Bible

- Reklamy -




Yooʼeel 1:10 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

10 ለፍት ቆቲሳ ኦኔረ፤ ለፍትስ ጎጌረ፤ ምዻን በርበዳኤረ፤ ዳዺን ወይኒ ሃራን ዹሜረ፤ ዘይቲንስ ዸበሜረ።

Viz kapitola kopírovat

Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

10 Maasiin in one, midhaan waan badeef lafti in gadde; mukti waynii inni haaraan in goge, dhadhaan ejersaas hin jiru.

Viz kapitola kopírovat

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

10 Lafti qotiisaa oneera; laftis gogeera; midhaan barbadaaʼeera; daadhiin wayinii haaraan dhumeera; zayitiinis dhabameera.

Viz kapitola kopírovat




Yooʼeel 1:10

Následuj nás:

Reklamy


Reklamy