Yohannis 1:7 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ7 እንስ አከ ነምን ሁንድኑ ከራሳቲን አመኑፍ ዹገ ባቱ ተኤ ዋኤ እፈ ሰና ዹጋ በኡፍ ዹፌ። Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo7 Inni kun dhugaa ba'uudhaaf dhufe; namoonni hundinuu dubbii isaatiin akka amananiif waa'ee ifichaa dhugaa ba'e*. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa7 Innis akka namni hundinuu karaa isaatiin amanuuf dhuga baatuu taʼee waaʼee ifa sanaa dhugaa baʼuuf dhufe. Viz kapitola |