Yohannis 1:3 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ3 ወን ሁንድኑ እሳን ተኤ፤ ዋን ተኤ ሁንደ ኬሳስ ወን እሰ መሌ ተኤ ቶኮዩ ህንጅሩ። Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo3 Wanti hundinuus isumaan ta'e; waan ta'e keessaas isa malee kan ta'e tokko illee hin jiru*. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa3 Wanni hundinuu isaan taʼe; waan taʼe hunda keessaas wanni isa malee taʼe tokko iyyuu hin jiru. Viz kapitola |