Online Bible

- Reklamy -




Weedduu 1:4 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

4 ነ ፉዸዹ ዴም፤ ስ ዱካ ፊግና! ሞትች ዲንቀሳት ኦል ነ ገልፈቴ። ኑ ስት ገመድኔ እልልችነ፤ ጃለለ ኬስ ዳዺ ወይኒ ጫላ ጀጀትነ። ስጃለቹንሳኒ አከም ስሪዸ!

Viz kapitola kopírovat

Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

4 na fudhadhuu sokki! Dafnee in fiigna! Gara diinqa keetti na geessi yaa mootii! Nuyi durboonni sitti in gammanna, in ililchinas; jaalala kees daadhii waynii caalaa in jajanna; durboonni hundinuu dhuguma si jaallatu*.

Viz kapitola kopírovat

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

4 Na fudhadhuu deemi; si duukaa fiignaa! Mootichi diinqa isaatti ol na galfate. Nu sitti gammannee ililchina; jaalala kees daadhii wayinii caalaa jajanna. Si jaallachuun isaanii akkam sirrii dha!

Viz kapitola kopírovat




Weedduu 1:4

Následuj nás:

Reklamy


Reklamy