Weedduu 1:2 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ2 እን ዹንጎ አፋንሳቲን ነ ሃዹንገቱ፤ ጃለልኬ ዳዺ ወይኒ ጫላቲ። Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo2 <<Jaalalli kee daadhii waynii irra waan caaluuf, afaan koo keessa na dhungadhu*! Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa2 Inni dhungoo afaan isaatiin na haa dhungatu; jaalalli kee daadhii wayinii caalaatii. Viz kapitola |