Online Bible

- Reklamy -




Uumama 1:9 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

9 ዋቅንስ፣ “ብሻን ሰሚዻ ገድ ጅሩ እዶ ቶኮት ወልት ሃቀበሙ፤ ለፍት ጎጋንስ ሃሙልአቱ” ጄዼ። አከሱመስ ተኤ።

Viz kapitola kopírovat

Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

9 Waaqayyo,<<Bishaanonni bantii waaqaa kanaa gad jiran iddoo tokkotti walitti haa qabaman, lafti inni bishaan irra hin ciifne haa mul'atu!>> jedhe; akkasumas in ta'e*.

Viz kapitola kopírovat

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

9 Waaqnis, “Bishaan samiidhaa gad jiru iddoo tokkotti walitti haa qabamu; lafti gogaanis haa mulʼatu” jedhe. Akkasumas taʼe.

Viz kapitola kopírovat




Uumama 1:9

Následuj nás:

Reklamy


Reklamy