Uumama 1:7 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ7 ከናፉ ዋቅን በንቲ ቶልቼ ብሻን በንቲ ጀላቲፊ ከን በንቲን ኦሊ ገርገር ባሴ። አከሱመስ ተኤ። Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo7 Waaqayyo bantii akka waciitii kana itti godhe, bishaan bantii kanaa gad jiru bishaan bantii kanaa ol jiruttii gargar in baase; akkasumas in ta'e*. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa7 Kanaafuu Waaqni bantii tolchee bishaan bantii jalaatii fi kan bantiin olii gargar baase. Akkasumas taʼe. Viz kapitola |