Uumama 1:31 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ31 ዋቅንስ ዋን ሆጄቴ ሁንደ እላሌ፤ ወን ሱንስ ዹጉማን ጋሪ ቱሬ። ገልገለስ ተኤ፤ ገነመስ ተኤ፤ ጉያ ጀአፋ። Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo31 Waaqayyo waanuma hojjete hundumaa in ilaale; kunoo, innis baay'ee gaarii ture; galgallis ta'e, ganamnis ta'e; kun guyyaa ja'affaa dha*. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa31 Waaqnis waan hojjete hunda ilaale; wanni sunis dhugumaan gaarii ture. Galgalas taʼe; ganamas taʼe; guyyaa jaʼaffaa. Viz kapitola |