Uumama 1:29 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ29 ኤርገሲ ዋቅን አከነ ጄዼ፤ “ኩኖ አን አከ እሳን ኛተ እስኒ ተአኒፍ ብቅልቱ ለፈ ሁንደረት ሰኚ ኬኑ ሁንዳፊ ሙከ እጅሳ ሰኚ ኦፍ ኬሳ ቀቡ ጎሰ ሁንደ እስኒ ኬኔረ። Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo29 Yommus Waaqayyo,<<Kunoo, ani biqila sanyii godhatu isa irra-lafaa hundumaa irra jiru, muka ija godhatee sanyii isaas ija isaa keessaa qabu, isiniif kenneera; isaan nyaata isiniif haa ta'an! Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa29 Ergasii Waaqni akkana jedhe; “Kunoo ani akka isaan nyaata isinii taʼaniif biqiltuu lafa hunda irratti sanyii kennu hundaa fi muka iji isaa sanyii of keessaa qabu gosa hunda isinii kenneera. Viz kapitola |