Online Bible

- Reklamy -




Uumama 1:28 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

28 ዋቅንስ እሳን ኤብሴ፣ “ሆራ፣ ባይአዻስ፤ ለፈ ጉታቲ ሀርከኬሰን ጀለትስ ቡልፈዻ። ቁርጡሚ ገላናረት፣ ስምብሮተ ሰሚረት፣ ኡመመ ለፈረ ሙኙቁ ሁንደረት ኣንጎ ቀባዻ” ጄዼን።

Viz kapitola kopírovat

Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

28 Waaqayyo isaaniin,<<Horaa, baay'adhaas, lafa guutaa, isas harka jala galfadhaa! Qurxummii galaanaa irratti, simbirroota qilleensa keessa balali'an irratti, uumama lafa irra munyuuqan hundumaa irrattis mootummaa qabaadhaa!>> jedhee isaan in eebbise*.

Viz kapitola kopírovat

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

28 Waaqnis isaan eebbisee, “Horaa, baayʼadhaas; lafa guutaatii harka keessan jalattis bulfadhaa. Qurxummii galaanaa irratti, simbirroota samii irratti, uumama lafa irra munyuuqu hunda irratti aangoo qabaadhaa” jedheen.

Viz kapitola kopírovat




Uumama 1:28

Následuj nás:

Reklamy


Reklamy