Online Bible

- Reklamy -




Uumama 1:27 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

27 ከናፉ ዋቅን አከ ብፈሳት ነመ ኡሜ፤ አከ ብፈ ዋቃት እሰ ኡሜ፤ እንስ ዺራፊ ዱበርቲ ታስሴ እሳን ኡሜ።

Viz kapitola kopírovat

Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

27 Egaa Waaqayyo akka bifa isaatti nama uume, akka bifa Waaqayyootti isa uume; dhiiraa fi dubartii isaan uume*;

Viz kapitola kopírovat

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

27 Kanaafuu Waaqni akka bifa isaatti nama uume; akka bifa Waaqaatti isa uume; innis dhiiraa fi dubartii taasisee isaan uume.

Viz kapitola kopírovat




Uumama 1:27

Následuj nás:

Reklamy


Reklamy