Uumama 1:26 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ26 ዋቅንስ፣ “ኮታ አከ ብፈኬኛት፣ አከ ፈኬኘኬኛትስ ነመ ኡምና፤ እሳንስ ቁርጡሚ ገላናረት፣ ስምብሮ ሰሚረት፣ ሆሪረት፣ ለፈ ሁንዱማፊ ኡመመወን ለፈረ ሙኙቀን ሁንዱማረት ኣንጎ ሃቀባተን” ጄዼ። Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo26 Kana booddee Waaqayyo,<<Kottaa! Akka bifa keenyaatti, akka fakkaattii keenyaattis nama in umnaa! Isaan qurxummii galaanaa irratti, simbiraa fi allaattii qilleensa keessa balali'an irratti, horii qe'ee irratti, bineensa lafaa hundumaa irratti, munyuuqaa lafa irra munyuuqu hundumaa irrattis mootummaa haa qabaatan!>> jedhe*. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa26 Waaqnis, “Kottaa akka bifa keenyaatti, akka fakkeenya keenyaattis nama uumnaa; isaanis qurxummii galaanaa irratti, simbirroo samii irratti, horii irratti, lafa hundumaa fi uumamawwan lafa irra munyuuqan hundumaa irratti aangoo haa qabaatan” jedhe. Viz kapitola |