Uumama 1:25 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ25 ዋቅን ብኔንሶተ አኩመ ጎሰ ጎሰሳኒት፣ ሆሪ አኩመ ጎሰ ጎሰሳኒት፣ ኡመመወን ለፈረ ሙሙኙቀንስ አኩመ ጎሰ ጎሰሳኒት ኡሜ። ዋቅን ወን ኩን አከ ጋሪ ተኤ አርጌ። Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo25 Waaqayyo, bineensota lafaa akka qomoo qomoo isaaniitti, horii qe'ees akka qomoo qomoo isaaniitti, wanta lafa irra munyuuqan hundumaas akka qomoo qomoo isaaniitti in uume; kunis gaarii akka ta'e Waaqayyo in arge. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa25 Waaqni bineensota akkuma gosa gosa isaaniitti, horii akkuma gosa gosa isaaniitti, uumamawwan lafa irra mumunyuuqanis akkuma gosa gosa isaaniitti uume. Waaqni wanni kun akka gaarii taʼe arge. Viz kapitola |