Uumama 1:24 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ24 ዋቅንስ፣ “ለፍት አኩመ ጎሰ ጎሰሳኒት ኡመመወን ሉቡ ቀቤዪ ጄቹንስ ሆሪ፣ ኡመመወን ለፈረ ሙሙኙቀን፣ ብኔንሶተ አኩመ ጎሰ ጎሰሳኒት ሃኬንቱ” ጄዼ። አከሱመስ ተኤ። Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo24 Ammas Waaqayyo,<<Lafti, waan lubbuu qabaatee jiraatu akka qomoo qomoo isaatti, horii qe'ee, wanta munyuuqu, bineensa lafaas akka qomoo qomoo isaaniitti haa baasu!>> jedhe; innis akkasuma in ta'e. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa24 Waaqnis, “Lafti akkuma gosa gosa isaaniitti uumamawwan lubbuu qabeeyyii jechuunis horii, uumamawwan lafa irra mumunyuuqan, bineensota akkuma gosa gosa isaaniitti haa kennitu” jedhe. Akkasumas taʼe. Viz kapitola |