Online Bible

- Reklamy -




Uumama 1:20 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

20 ዋቅንስ፣ “ብሻን ኡመመወን ሉቡ ቀቤዪ ሙኙቀኒን ሃጉተሙ፤ ስምብሮትንስ ለፋ ኦልት፣ በንቲ ሰሚ ኬሰ ሃበርሰን” ጄዼ።

Viz kapitola kopírovat

Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

20 Waaqayyo,<<Bishaanonni tuuta lubbuu qabaatanii munyuuqaniin haa guutan! Simbirri, allaattiinis bantii waaqaa jala lafa irra haa balali'an!>> jedhe.

Viz kapitola kopírovat

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

20 Waaqnis, “Bishaan uumamawwan lubbu qabeeyyii munyuuqaniin haa guutamu; simbirroonnis lafaa olitti, bantii samii keessa haa barrisan” jedhe.

Viz kapitola kopírovat




Uumama 1:20

Následuj nás:

Reklamy


Reklamy