Uumama 1:14 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ14 ዋቅንስ አከነ ጄዼ፤ “ጉያፊ ሀልከን ገርገር ባሱፍ በንቲ ሰሚረት እፈወን ሃተአን፤ እሳንስ መለቶወን ወቅቲሌን፣ ጉዮትኒፊ ወጎትን እቲን ቤከመን ሃተአን፤ Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo14 Akkasumas Waaqayyo,<<Guyyaa fi halkan gargar baasuuf bantii waaqaatti ibsoonni haa jiraatan! Isaan milikkitoota buusaan waggaa, guyyoonni, waggoonnis ittiin beekaman haa ta'an*! Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa14 Waaqnis akkana jedhe; “Guyyaa fi halkan gargar baasuuf bantii samii irratti ifawwan haa taʼan; isaanis mallattoowwan waqtiileen, guyyoonnii fi waggoonni ittiin beekaman haa taʼan; Viz kapitola |