Online Bible

- Reklamy -




Uumama 1:11 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

11 አመስ ዋቅን፣ “ለፍት ብቅልቱወን ሃባስቱ፤ ብቅልቱወን አኩመ ጎሰ ጎሰሳኒት ሰኚ ባሰን፣ ሙኬን እጀ ኬነኒ እጅሳኒሞ ሰኚ ኦፍ ኬሳ ቀቡ አዱመ አዳን አኩመ ጎሰ ጎሰሳኒት ለፈረት ሃአርገመን” ጄዼ። አከሱመስ ተኤ።

Viz kapitola kopírovat

Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

11 Amma immoo Waaqayyo,<<Lafti biqila haa baasu! Dhaabaan akka qomoo isaatti sanyii godhatu mukkeetiin ija kennanii iji isaanii immoo sanyii of keessaa qaban adduma addaan akka qomoo isaaniitti lafa irratti haa argaman!>> jedhe; innis akkasuma in ta'e.

Viz kapitola kopírovat

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

11 Ammas Waaqni, “Lafti biqiltuuwwan haa baastu; biqiltuuwwan akkuma gosa gosa isaaniitti sanyii baasan, mukkeen ija kennanii iji isaanii immoo sanyii of keessaa qabu adduma addaan akkuma gosa gosa isaaniitti lafa irratti haa argaman” jedhe. Akkasumas taʼe.

Viz kapitola kopírovat




Uumama 1:11

Následuj nás:

Reklamy


Reklamy