Tiitoo 1:9 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ9 እን አከ በርሲሰ ዹጋቲን ወረ ካን ጎርሱ፣ ወረ በርሲሰ ሰናን ሞርመንሞ አከ ዶጎጎረሳኒ እት ህሜ አመንሲሱ ደንደኡፍ አኩመ በርሲፈሜት ዱቢ አመነማ ሰነ ጀቤሴ ቀበቹ ቀበ። Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo9 barsiisa sirrii sanaan gorsuu, warra isaan mormanitti immoo balleessaa isaanii itti mul'isuu akka danda'utti, akka barsiisicha ofii fudhatetti dubbicha isa amanamaa sanatti jabaatee qabamuun isa irra jira*. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa9 Inni akka barsiisa dhugaatiin warra kaan gorsuu, warra barsiisa sanaan morman immoo akka dogoggora isaanii itti himee amansiisuu dandaʼuuf akkuma barsiifametti dubbii amanamaa sana jabeessee qabachuu qaba. Viz kapitola |