Tiitoo 1:6 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ6 ጃርስ ቶኮ ከን ሙዳ ህንቀብኔ፣ ዽርሰ ኒቲ ቶክቲ፣ ከን እጆሌንሳ አመነኒ ጅሬኘ ገድ ዺሲቲፊ አጀጀሙ ድዱን መቃንሳኒ ህንበድን ተኡ ቀበ። Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo6 Namni hojii akkasii irra dhaabatu immoo waan ittiin jedhan kan hin qabne, nama haadha manaa tokkittii, ijoolleen isaa kan amanan malee, gad-dhiisatti jiraachuu isaaniitiin yookiis abboomamuu diduu isaaniitiin kan hin hadheeffamin haa ta'u*! Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa6 Jaarsi tokko kan mudaa hin qabne, dhirsa niitii tokkittii, kan ijoolleen isaa amananii jireenya gad dhiisiitii fi ajajamuu diduun maqaan isaanii hin badin taʼuu qaba. Viz kapitola |