Tiitoo 1:5 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ5 ሰበቢን አን ቀርጤስት ስ ሀምብሴፍ አከ አት ዋን ኡቱ ህንጡሙረምን ሀፌ ቶረ ቀብሲፍቱፊ አኩመ አን ስ አጀጄትስ መጋላወን ሁንደ ኬሰት ጃርሶሊ ሙዱፍ ቱሬ። Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo5 Sababiin ani Qareexis biyya bishaan keessaatti si hambiseefis wanta toora hin qabatin hafe akka toora qabsiiftuuf, mandaruma mandarattis akkuma ani si argisiisetti jaarsolii hojii waldaa geggeessuu irra akka dhaabduuf ture*. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa5 Sababiin ani Qareexitti si hambiseef akka ati waan utuu hin xumuramin hafe toora qabsiiftuu fi akkuma ani si ajajettis magaalaawwan hunda keessatti jaarsolii muudduuf ture. Viz kapitola |