Tiitoo 1:4 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ4 ገረ ቲቶ እሰ አመንቲ ወሊ ወጅን ቀብኑን እልመኮ ዹጋ ተኤት። ዋቀ አባፊ ፈይሳኬኘ ክርስቶስ ዬሱስራ አያኒፊ ነጋን ሲፍ ሃተኡ። Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo4 Gara Tiitoos isa karaa amantii walii wajjin qabnu, ilma koo dhugaa ta'e! Waaqayyo abbaan, Kristos Yesus fayyisaan keenyas ayyaanaa fi nagaa siif haa kennu*. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa4 Gara Tiitoo isa amantii walii wajjin qabnuun ilma koo dhugaa taʼeetti: Waaqa Abbaa fi Fayyisaa keenya Kiristoos Yesuus irraa ayyaannii fi nagaan siif haa taʼu. Viz kapitola |