Tiitoo 1:16 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ16 እሳን ኑ ዋቀ ቤክነ ጄዹ፤ ሆጂሳኒቲን ገሩ እሰ ገኑ። እሳን ጅበሞዸ፤ ወረ ህንአጀጀምኔፊ ወረ ዋን ጋሪ ቶኮዩ ሆጄቹፍ ገኡምሰ ህንቀብኔዸ። Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo16 Isaan Waaqayyoon in beekna jedhu, hojii isaaniitiin garuu isa in ganu; isaan ofii isaaniitii jibbamoo, warra hin abboomamne, warra qoramanii hojii gaarii tokkoof illee gatii dhabanii dha*. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa16 Isaan nu Waaqa beekna jedhu; hojii isaaniitiin garuu isa ganu. Isaan jibbamoo dha; warra hin ajajamnee fi warra waan gaarii tokko iyyuu hojjechuuf gaʼumsa hin qabnee dha. Viz kapitola |