Tiitoo 1:15 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ15 ወረ ቁልቁላኦፍ ወን ሁንድኑ ቁልቁሉዸ፤ ወረ ጡራኦፊ ወረ ህንአመኔፍ ገሩ ወን ቶኮዩ ቁልቁሉ ምት። ዹጉማኑ ያድንሳኒቲፊ ቀልቢንሳኒ ጡራኤረ። Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo15 Warra qullaa'aniif wanti hundinuu qullaa'aa dha, warra xuraa'oodhaaf warra hin amanneef garuu, wanti tokko illee qullaa'aa miti; sammuun isaanii fi yaadni garaa isaanii iyyuu xuraa'aa dha*. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa15 Warra qulqullaaʼoof wanni hundinuu qulqulluu dha; warra xuraaʼoo fi warra hin amanneef garuu wanni tokko iyyuu qulqulluu miti. Dhugumaanuu yaadni isaaniitii fi qalbiin isaanii xuraaʼeera. Viz kapitola |