Tiitoo 1:13 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ13 ዹገ በኡምስ ኩን ዹጋዸ። ከናፉ አከ እሳን አመንቲ ዹጋ ቀባተኒፍ ጀቤሲ እሳን እፈዹ። Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo13 Kanas dhugaa dubbate; kanaafis amantii isaaniitti seelkoo akka hin qabaannetti, cimsii balleessaa isaanii itti mul'isi*! Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa13 Dhuga baʼumsi kun dhugaa dha. Kanaafuu akka isaan amantii dhugaa qabaataniif jabeessii isaan ifadhu. Viz kapitola |