Online Bible

- Reklamy -




Tiitoo 1:10 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

10 ፍንጭልቶትን ባይኤን፣ ወር ዱቢ ፋይዳ ህንቀብኔ ዱበተኒፊ ጎዎምስቶትን ኬሱመቱ ምሴንሶትን ገሬ ወረ ዸግነ ቀበተኒ ሄዱቱ ጅራቲ።

Viz kapitola kopírovat

Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

10 Namoonni hin abboomamne, warri dubbii midhaan hin qabne dubbatan, warri nama wallaalchisan baay'een jiru; addumaan immoo isaan kun warra garee seera dhagna-qabaa eegan keessaa ti*.

Viz kapitola kopírovat

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

10 Finciltoonni baayʼeen, warri dubbii faayidaa hin qabne dubbatanii fi gowwoomsitoonni keessumattuu miseensonni garee warra dhagna qabatanii hedduutu jiraatii.

Viz kapitola kopírovat




Tiitoo 1:10

Následuj nás:

Reklamy


Reklamy