Tiitoo 1:1 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ1 ጳዉሎስ እሰ አመንቲ ፍለተምቶተ ዋቃቲፊ ዹጋ ቤኩ ገረ ዋቃፍ ቡሉት ነመ ጌሱፍ ገርብቸ ዋቃቲፊ ኤርገማ ዬሱስ ክርስቶስ ተኤራ፤ Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo1 Ani Phaawulos amantii fi dhugaa beekuu warra Waaqayyoof fo'amanii, akka namoota Waaqayyoof ta'utti dammaqsuudhaaf, hojjetaa Waaqayyoo fi ergamaa Yesus Kristos ta'ee kana caafuu koo ti*; Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa1 Phaawulos isa amantii filatamtoota Waaqaatii fi dhugaa beekuu gara Waaqaaf buluutti nama geessuuf garbicha Waaqaatii fi ergamaa Yesuus Kiristoos taʼe irraa; Viz kapitola |