Sefaaniyaa 1:8 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ8 “ጉያ ቀልመ ዋቀዮት አን ቆንዳልቶተ እልማን ሞትቻቲፊ ወረ ወያ ኦርማ ኡፈተን ሁንደ ነንአደበ። Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo8 Waaqayyo,<<Guyyaa aarsaa sanatti ani Waaqayyo gurguddootaa fi ilmaan mootichaa akkasumas warra uffata ormaa uffatan hundumaa nan adaba. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa8 “Guyyaa aarsaa Waaqayyootti ani qondaaltota ilmaan mootichaatii fi warra wayyaa ormaa uffatan hunda nan adaba. Viz kapitola |