Sefaaniyaa 1:7 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ7 ጉያን ዋቀዮ ዋን ዽኣቴፍ ፉለ ዋቀዮ ጎፍታ ዱረት ጨልእሳ። ዋቀዮ ቀልመ ቶኮ ቆጴሴረ፤ እን ወረ አፌሬ ቁልቁሌሴረ። Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo7 Guyyaan Waaqayyoo dhi'aateeraatii Waaqayyo gooftaa duratti calluma jedhaa! Waaqayyo wanta aarsaa ta'u qopheesseera, warra waames qulqulleesseera*. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa7 Guyyaan Waaqayyoo waan dhiʼaateef fuula Waaqayyoo Gooftaa duratti calʼisaa. Waaqayyo aarsaa tokko qopheesseera; inni warra affeere qulqulleesseera. Viz kapitola |