Online Bible

- Reklamy -




Sefaaniyaa 1:4 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

4 “አን ይሁዳፊ ወረ ዬሩሳሌም ኬሰ ጅራተን ሁንደት ሀርከኮ ኦል ነንፉዸዸ። አን ሀምባ በኣል ሁንዳፊ መቃ ሉቦተ ዋቆተ ቶልፈሞ ዋቄፈተኒ እዶ ከና ነንበሌሰ፤

Viz kapitola kopírovat

Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

4 <<Ani Yihudaa irratti, Yerusaalem keessa warra jiraatan hundumaa irrattis, harka koo ol nan fudhadha; hambaa warra Ba'aaliif hojjetanii, warra waaqayyolii tolfamoodhaaf sagadanis luboota isaanii wajjin achi keessaa raawwadhee nan balleessa*;

Viz kapitola kopírovat

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

4 “Ani Yihuudaa fi warra Yerusaalem keessa jiraatan hundatti harka koo ol nan fudhadha. Ani hambaa Baʼaal hundaa fi maqaa luboota waaqota tolfamoo waaqeffatanii iddoo kanaa nan balleessa;

Viz kapitola kopírovat




Sefaaniyaa 1:4

Následuj nás:

Reklamy


Reklamy