Online Bible

- Reklamy -




Sefaaniyaa 1:3 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

3 “አን ነማፊ ሆሪ ሀጣኤ ነንበሌሰ፤ ስምብሮ ሰሚቲፊ ቁርጡሚ ገላና፣ ዋቆተ ቶልፈሞ ነሞተ ሀሞ ጉፈቺሰንስ ሀጣኤ ነንበሌሰ።” “አን ሰኚ ነማ ለፈራ ነንበሌሰ” ጄዸ ዋቀዮ።

Viz kapitola kopírovat

Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

3 nama, horiis haxaa'ee nan balleessa; allaattii qilleensa keessa balali'u, qurxummii galaanaas haxaa'ee nan balleessa; yommuu ani nama lafa irraa balleessu, warri hamoonni akka tuullaa kosii in ta'u; kana ana Waaqayyotu dubbate*.

Viz kapitola kopírovat

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

3 “Ani namaa fi horii haxaaʼee nan balleessa; simbirroota samiitii fi qurxummii galaanaa, waaqota tolfamoo namoota hamoo gufachiisan haxaaʼee nan balleessa.” “Ani sanyii namaa lafa irraa nan balleessa” jedha Waaqayyo.

Viz kapitola kopírovat




Sefaaniyaa 1:3

Následuj nás:

Reklamy


Reklamy