Sefaaniyaa 1:2 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ2 “አን ፉለ ለፋራ ዋን ሁንደ ሀጣኤ ነንበሌሰ” ጄዸ ዋቀዮ። Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo2 Waaqayyo,<<Ani wanta hundumaa lafa irraa haxaa'ee nan balleessa; Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa2 “Ani fuula lafaa irraa waan hunda haxaaʼee nan balleessa” jedha Waaqayyo. Viz kapitola |