Sefaaniyaa 1:15 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ15 ጉያን ሱን ጉያ ዼከምሳ፣ ጉያ ዽጵናፊ ገዳ፣ ጉያ ረክናፊ በዲሳ፣ ጉያ ዱከናፊ ድምምሳ፣ ጉያ ዱሜሳቲፊ ዱከነ ሀማ ንተአ፤ Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo15 Guyyaan sun guyyaa dheekkamsaa ti, guyyaa dhiphinaatiif guyyaa gidiraa ti; guyyaa rakkinaatii fi guyyaa badiisaa ti; guyyaa dimimmisaatii fi guyyaa dukkanaa ti; guyyaa duumessaatii fi guyyaa dukkana limixii ti*; Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa15 Guyyaan sun guyyaa dheekkamsaa, guyyaa dhiphinaa fi gaddaa, guyyaa rakkinaa fi badiisaa, guyyaa dukkanaa fi dimimmisaa, guyyaa duumessaa fi dukkana hamaa ni taʼa; Viz kapitola |