Sefaaniyaa 1:10 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ10 ዋቀዮ አከነ ጄዸ፤ “ጋፈስ ከረ ቁርጡሚራ እየ፣ ወልተጂ ለመፋራ ወዋትና፣ ጋረንራሞ ሰገሌ ዲገመ ጉዳቱ ዸጋአመ። Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo10 Waaqayyo,<<Guyyaa sanatti, karra qurxummii duraa, iyyatu, kutaa mandarichaa isa lammaffaa keessaa, wawwaannaatu, gaara irraa immoo sagalee wanta diigamee kukkufu guddaatu dhaga'ama. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa10 Waaqayyo akkana jedha; “Gaafas Karra Qurxummii irraa iyya, Waltajjii Lammaffaa irraa wawwaannaa, gaarran irraa immoo sagalee diigama guddaatu dhagaʼama. Viz kapitola |