Online Bible

- Reklamy -




Roomaa 1:9 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

9 አከ አን ከዸትናኮ ኬሰት ኡቱ ወልራ ህንኩትን እስን ያደዹ ዋቅን አን ወንጌለ እልመሳ ለለቡዻን ሀፉረኮቲን እሰ ተጃጅሉ ሱን ዹገ ባቱኮት፤

Viz kapitola kopírovat

Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

9 Ani wangeela ilma isaatii lallabuudhaan garaa koo guutuudhaan Waaqayyoof nan hojjedha; inni ani hojjedhuuf kunis yeroo hundumaa kadhata koo keessatti akkan isin yaadadhu in beeka*.

Viz kapitola kopírovat

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

9 Akka ani kadhannaa koo keessatti utuu wal irraa hin kutin isin yaadadhu Waaqni ani wangeela Ilma isaa lallabuudhaan hafuura kootiin isa tajaajilu sun dhuga baatuu koo ti;

Viz kapitola kopírovat




Roomaa 1:9

Následuj nás:

Reklamy


Reklamy