Online Bible

- Reklamy -




Roomaa 1:8 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

8 ሰበቢ አመንቲንኬሰን ጉቱማ አዱኛረት ኦዴፈማ ጅሩፍ፣ አን ዱራን ዱርሴ ዋኤ ሁንደኬሰኒቲፍ ከራ ዬሱስ ክርስቶሲን ዋቀኮ ነንገለቴፈዸ።

Viz kapitola kopírovat

Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

8 Duraan dursee, amantiin keessan guutummaa biyya lafaatti waan beekameef sababii hunduma keessaniitiif jedhee, Yesus Kristosiin Waaqayyo koo nan galateeffadha*.

Viz kapitola kopírovat

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

8 Sababii amantiin keessan guutummaa addunyaa irratti odeeffamaa jiruuf, ani duraan dursee waaʼee hunda keessaniitiif karaa Yesuus Kiristoosiin Waaqa koo nan galateeffadha.

Viz kapitola kopírovat




Roomaa 1:8

Následuj nás:

Reklamy


Reklamy