Roomaa 1:5 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ5 ኑስ ከራሳቲን፣ መቃሳቲፍ ጄቸ ኦርሞተ ሁንደ ኬሳ አከ ገረ አጀጀሙ አመንቲራ ዹፉት ነሞተ ዋምኑፍ አያናፊ ኤርገምቱማ አርገትኔረ። Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo5 Ulfina maqaa isaatiif saba lafa irraa hundumaa gara amantiitti, gara abboomamuuttis geessuudhaaf ayyaanni ergamoota ta'uu, isumaan nuuf kennameera*. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa5 Nus karaa isaatiin, maqaa isaatiif jecha ormoota hunda keessaa akka gara ajajamuu amantii irraa dhufuutti namoota waamnuuf ayyaanaa fi ergamtummaa arganneerra. Viz kapitola |