Online Bible

- Reklamy -




Roomaa 1:31 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

31 እሳን ወረ ሁበትና ህንቀብኔ፣ ወረ ወሊ ገልቴ ዲገን፣ ወረ ጃለለ ህንቀብኔፊ ወረ ነማፍ ገራ ህንላፍኔዸ።

Viz kapitola kopírovat

Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

31 Qalbii hin qaban, waan dubbatan hin eegan, jaalala of keessaa hin qaban, oo'as hin qaban.

Viz kapitola kopírovat

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

31 isaan warra hubannaa hin qabne, warra walii galtee diigan, warra jaalala hin qabnee fi warra namaaf garaa hin laafnee dha.

Viz kapitola kopírovat




Roomaa 1:31

Následuj nás:

Reklamy


Reklamy