Roomaa 1:29 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ29 እሳንስ ሀምነ ጎሰ ሁንዳቲን፣ ጀልእናን፣ ሰሰቱማን፣ አመለ በዱን፣ ህናፋን፣ ነመ አጄሱን፣ ወል ሎሉን፣ ጎዎምሱፊ ደባን ጉተመን። እሳን ሀመቶተ፣ Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo29 Isaan jal'ina, hammina, sassata, gadhummaa hundumaan guutamanii turan. Kanaanis guutamanii in hinaafu, in ajjeesu, nama in lolu, in gowwoomsu, warra kaaniif isa gadhee in hawwu, dhoksaa namaa in mul'isu*; Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa29 Isaanis hammina gosa hundaatiin, jalʼinaan, sassattummaan, amala baduun, hinaaffaan, nama ajjeesuun, wal loluun, gowwoomsuu fi dabaan guutaman. Isaan hamattoota, Viz kapitola |