Online Bible

- Reklamy -




Roomaa 1:28 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

28 ሰበቢ እሳን ዋቀ ቤኩ አከ ዋን ፋይዳ ህንቀብኔት ፉዸተኒፍ፣ ዋቅንሞ አከ እሳን ዋን ሆጄተሙ ህንመሌ ሆጄተኒፍ ቀልቢ ፋይዳ ህንቀብኔት ደበርሴ እሳን ኬኔ።

Viz kapitola kopírovat

Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

28 Isaan Waaqayyoon beekuu, dubbii qajeelaatti waan hin lakkaa'iniif, Waaqayyo immoo yaada jal'aadhaa fi, waan namni hin hojjenne hojjechuutti dabarsee isaan kenne.

Viz kapitola kopírovat

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

28 Sababii isaan Waaqa beekuu akka waan faayidaa hin qabneetti fudhataniif, Waaqni immoo akka isaan waan hojjetamuu hin malle hojjetaniif qalbii faayidaa hin qabnetti dabarsee isaan kenne.

Viz kapitola kopírovat




Roomaa 1:28

Následuj nás:

Reklamy


Reklamy