Online Bible

- Reklamy -




Roomaa 1:27 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

27 ወር ዺራስ አከሱመ ከራ እቲን ፌዺ ፎኒቲፍ ዱበርቶተ ወጅን ወል ብረ ገአን እሰ ኡመማን ኬነሜፍ ዺሰኒ ከጄላ ወሊሳኒቲን ጉበተን። ወር ዺራ፣ ዺረ ብራ ወጅን ጎቸ ጅብሲሳ ራወተን፤ ዶጎጎረሳኒ ከናፍስ አደበ እሳኒፍ መሉ ኦፉመሳኒቲን ፉዸተን።

Viz kapitola kopírovat

Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

27 Warri dhiiraas akkasuma karaa ittiin fedha fooniitiif dubartootaa wajjin wal bira ga'an, isa uumamaan kennameef dhiisanii, kajeellaa walii isaaniitiin gubataniiru; warri dhiiraas walii isaanii gadhoomsanii, beekaa karaa irraa jal'isuu isaaniitiif adaba dhagna isaanii akka ta'utti fudhataniiru*.

Viz kapitola kopírovat

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

27 Warri dhiiraas akkasuma karaa ittiin fedhii fooniitiif dubartoota wajjin wal bira gaʼan isa uumamaan kennameef dhiisanii kajeellaa walii isaaniitiin gubatan. Warri dhiiraa, dhiira biraa wajjin gocha jibbisiisaa raawwatan; dogoggora isaanii kanaafis adaba isaaniif malu ofuma isaaniitiin fudhatan.

Viz kapitola kopírovat




Roomaa 1:27

Následuj nás:

Reklamy


Reklamy