Roomaa 1:26 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ26 ሰበቢ ከናፍ ዋቅን ደበርሴ ሀዊ ጅብሲሳት እሳን ኬኔ። ዱበርቶትንሳኒስ ከራ እቲን ፌዺ ፎኒቲፍ ዺረ ወጅን ወል ብረ ገአን እሰ ኡመማን ኬነሜፍ ዺሰኒ፣ ገረ እሰ ኡመማን እሳኒፍ ህንኬነምንት ጌደረን። Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo26 Sababii kanaaf Waaqayyo kajeellaa nama salphisutti dabarsee isaan kenne; dubartoonni isaaniis karaa ittiin fedha fooniitiif dhiiraa wajjin wal bira ga'an isa uumamaan kennameef dhiisanii, gara isa uumamaan isaaniif hin kennaminitti diddiiratan. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa26 Sababii kanaaf Waaqni dabarsee hawwii jibbisiisaatti isaan kenne. Dubartoonni isaaniis karaa ittiin fedhii fooniitiif dhiira wajjin wal bira gaʼan isa uumamaan kennameef dhiisanii, gara isa uumamaan isaaniif hin kennaminitti geeddaran. Viz kapitola |