Roomaa 1:25 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ25 እሳንስ ዹጋ ዋቃ ሶበት ጌደረን፤ ኡማ ዺሰኒ ኡመመ ዋቄፈተን፤ ንተጃጅለንስ። ኡማን በረ በራን ኤብፈማዸ። አሜን። Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo25 Isaan dhugaa waa'ee Waaqayyoo sobatti diddiiraniiru; Waaqayyoon isa hundumaa uume dhiisanii, uumamaaf sagadanii, hojjetaniif. Waaqayyo garuu bara baraan galateeffamaa dha! Ameen. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa25 Isaanis dhugaa Waaqaa sobatti geeddaran; Uumaa dhiisanii uumama waaqeffatan; ni tajaajilanis. Uumaan bara baraan eebbifamaa dha. Ameen. Viz kapitola |